Waajjirri Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina Boorana Bahaa gamaggama raawwii hojii ji’a lamaa fi kallattii hojii 2016 irratti Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalaa godinichaa waliin Maarii gaggeessuu eegale

 

Fuulbana 10, 01/2016 Nageellee Booranaatti

Waajjirri Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina Boorana Bahaa gamaggama raawwii hojii ji’a lamaa fi kallattii hojii 2016 irratti Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalaa godinichaa waliin Maarii gaggeessuu eegale.

Itti Gaafatamaa Wajjira PSMQN Godina Boorana ahaa

Gamaggama kana irrattis raawwii hojiiwwan gama waajjira PSQMN sadarkaan jiran ji’oottan laman darban hojii hojjetamaa turanii fi hojiilee sekterichii bara 2016 karoorfate milkeessuu danda’amu irratti gamaggama hojii fi marii karooraa irratti gaggeessuu eegaluu isaa Itti Gaafatamaa Waajjira Pablik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa Godina Boorana Bahaa Aabbba Moluu Kittoo himaniiru.

Comments

Jc-Studio said…
Yeroo Garii dabarsinee turee. Qawwa qabnuu kaan offi kennaa beeknee jira , Sagaanta akkana kuun addoo itti fuufinsaa qabatee dansaa turee